June 2021

Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf

Waxabajjii 9, Bara 2013 Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf Eebbifamtootni KBB Jimmaa Qorumsa Gahumsaa hin milkaa’iin jirtan guyyaa boruu (10/10/2013) irraa eegalee hanga gaafa jimaata (11/10/2013)tti KBB Jimmaatti argamuun qaamaan qorumsa gahumsaa irra deebiin fudhachuuf akka galmooftan Biiroon Barnoota Oromiyaa kan beeksise ta’uu ibsaa, isinis kana hubattanii qaamaan argamuun akka galmooftan isin hubachiisna. KBB …

Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf Read More »

SHARE IT