Beeksisa Barsiisota Dubartootaa Leenjii BSTDtiif KBB Jimmaatti Ramadamtan Hundaaf Leave a Comment / News / By admin Beeksisa Barsiisota Dubartootaa Leenjii BSTDtiif KBB Jimmaatti Ramadamtan Hundaaf Barsiisotni dubartootaa Leenjii BSTDtiif KBB Jimmaatti Ramadamtan guyyaa galmeetti Temporary keessan qabattanii akka dhuftan isin hubachiisna. SHARE IT
Ramaddii BSTD KBB Oromiyaa Shananitti Taasifame Leave a Comment / Uncategorized / By admin Ramaddii BSTD KBB Oromiyaa Shananitti Taasifame Kanneen Telegram irratti isin rakkiseef asirraa Download icon tuquun buufachuu dandeessu. SHARE IT
Kaleendara Barnoota Gannaa KBB Oromiyaa Bara 2013 Revised Leave a Comment / Academic Calendar / By admin Kaleendara Barnoota Gannaa KBB Oromiyaa Bara 2013 Revised SHARE IT
Beeksisa Ariifachiisaa Barattoota Gannaa KBB Jimmaa Hundaaf Leave a Comment / News / By admin Beeksisa Ariifachiisaa Barattoota Gannaa KBB Jimmaa Hundaaf Guyyaan galmee Adoolessa 5tti jedhamee ture sababa BBOn manneen barnootaa hojii idilee hin xumurre jedheen gara Adoolessa 15tti kan dheerate ta’uu isin hubachiisna. SHARE IT