July 2022

JCTE Logo

Ramaddii BSTD Ganna 2014 Marsaa 3ffaa

Guyyaa 11/11/2014 EEBBIFAMTOOTNI DUBARTOOTAA kudha afran MAQAAN KEESSAN ARMAAN GADITTI EERAME Leenjii BSTD Ganna 2014 kanaaf BBO Kolleejjii Keenyatti isin ramadee waan jiruuf Guyyoota laman kanatti Kolleejjichatti argamuun galmooftanii leenjii akka eegaltan isin hubachiifna.

SHARE IT

Ramaddii BSTD ganna 2014 Marsaa 2ffaa -haaraa

Dubartootni BSTD ganna bara 2014f ramadamtan kanneen maqaan keessan armaan gaditti ibsame Kolleejjii itti ramadamtanitti hanga Adoolessa 12 bara 2014tti qaamaan kolleejjii itti ramadamtanitti argamuun akka galmooftan isin beeksifna. KBB Jimmaa

SHARE IT
JCTE Logo

Waamicha- Barattoota Ganna 4ffaa KBB Jimmaa Hundaaf

Waamicha- Barattoota Ganna 4ffaa KBB Jimmaa Hundaaf Barattootni ganna 4ffaa kanneen Kollejjii Barnoota Barsiisota Jimmaatti Barachaa turtan guyyaan galmee Adoolessa 4 Bara 2014 hanga Adoolessa 6 Bara 2014 ta’uu beektanii Qaamaan koollejjitti argamuudhaan Akka galmooftan isin beeksifna.

SHARE IT