October 2022
BEEKSISA – BSTD Bara 2015
BEEKSISA – BSTD Bara 2015 Guyyaa 23/01/2015 BEEKSISA Barsiisonni Shamarranii Maqaan keessan Listtii armaan gadii keessa jirtan hundi Kanneen hanga ammaatti hojitti hinramadamin Leenjii BSTD Marsaa 2ffaaf Waan Ramadamuuf ta’eef attattamaan hanga guyyaa 24/01/2015tti lakk Bilbilaa 0911797861 irratti akka nu beeksiftan jechaa kan hinbeeksifne akka hojitti ramadamee jirutti kan fudhatmu waan ta’ee kan irra utaalamu …