Beeksisa Ariifachiisaa Barattoota Gannaa KBB Jimmaa Hundaaf

Beeksisa Ariifachiisaa Barattoota Gannaa KBB Jimmaa Hundaaf

Guyyaan galmee Adoolessa 5tti jedhamee ture sababa BBOn manneen barnootaa hojii idilee hin xumurre jedheen gara Adoolessa 15tti kan dheerate ta’uu isin hubachiisna.

SHARE IT

Leave a Reply