Academic Affairs

JCTE Logo

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa Jimmaa barattoota qorumsa seensa Yuunivarsitii fudhatanii 50% fi isaa ol fidan keessaa dorgomsiisee barattoota digirii tokkoffaa fi dippiloomaa filachuu barbaada. Kanaafuu barattootni ulaagaa ministeerri barnootaafi BBOn baase kan armaan gadaitii ibsame guttan yeroo kenname keessatti buufatawwan filannoo kolleejjii keenyaatti argamuun dorgomuu akka dandeessan …

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf Read More »

SHARE IT

Beeksisa Qacarrii – BBO

Beeksisa Qacarrii Kolleejjii Barnoota Barsiisotaaf-BBO Beeksisa Qaxarrii Barsiisota Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Oromiyaa keessa jiraniif, Warri ulaagaa guuttan kolleejjii gaafatetti qaamaan dhiyaattanii akka galmooftan isin beeksifna.

SHARE IT

FRIENDS OF 50 YEARS By Mitiku Dibessa

FRIENDS OF 50 YEARS Contributed By Mitiku Dibessa Jimma College of Teacher Education was established in September, 1968 as teacher training institution. It is now 50 years since the institution began training teachers. In those 50 years, the TEI has trained approximately 50,000 primary school teachers. Currently, it is hard to find universities in Ethiopia …

FRIENDS OF 50 YEARS By Mitiku Dibessa Read More »

SHARE IT