News
BEEKSISA – BSTD Bara 2015
BEEKSISA – BSTD Bara 2015 Guyyaa 23/01/2015 BEEKSISA Barsiisonni Shamarranii Maqaan keessan Listtii armaan gadii keessa jirtan hundi Kanneen hanga ammaatti hojitti hinramadamin Leenjii BSTD Marsaa 2ffaaf Waan Ramadamuuf ta’eef attattamaan hanga guyyaa 24/01/2015tti lakk Bilbilaa 0911797861 irratti akka nu beeksiftan jechaa kan hinbeeksifne akka hojitti ramadamee jirutti kan fudhatmu waan ta’ee kan irra utaalamu …
Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf
Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa Jimmaa barattoota qorumsa seensa Yuunivarsitii fudhatanii 50% fi isaa ol fidan keessaa dorgomsiisee barattoota digirii tokkoffaa fi dippiloomaa filachuu barbaada. Kanaafuu barattootni ulaagaa ministeerri barnootaafi BBOn baase kan armaan gadaitii ibsame guttan yeroo kenname keessatti buufatawwan filannoo kolleejjii keenyaatti argamuun dorgomuu akka dandeessan …
Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf Read More »