Ethiopian Family Guidance Association Southwest Region Jimma Branch Office Donated 3000 Sanitizers and 3000 masks which costs more than 250 thousand Birr for Jimma College of Teachers Education to combat COVID-19 Pandemic

Ethiopian Family Guidance Association Southwest Region Jimma Branch Office Donated 3000 Sanitizers and 300 surgical masks which costs more than 250 thousands ETB for Jimma College of Teachers Education to combat COVID-19 Pandemic. This donation has great contribution for the Read more

SHARE IT

Kaadhimatoota Barsiisotaa Bara 2011 Qorumsa Gahumsaa Qoramtanii Osoo Hin Milkaa’in Haftanii fi Eebbifamtoota Bara 2012tiif

Kaadhimatoota Barsiisotaa Bara 2011 Qorumsa Gahumsaa Qoramtanii Osoo Hin Milkaa’in Haftanii fi Eebbifamtoota Bara 2012tiif Yeroon tutooriyaalii fi barnootaa isiniif qophaa’e akkaataa armaan gadiitiin ta’uu isaa beektanii guyyaa jedhame kana dursuun Kolleejjiitti argamuun barnoota keessan kan itti fuftan ta’uu isin Read more

SHARE IT

Hawaasni Kolleejjii Barsiisotaa Jimmaa Duula Ashaaraa Magariisaa Adoolessa 2012 Irratti Hirmaatan

Hawaasni Kolleejjii Barsiisotaa Jimmaa Duula Ashaaraa Magariisaa Adoolessa 2012 Irratti Hirmaatan #AshaaraaMagariisa Hawaasni Kolleejjichaa biqiltuu dhaabuuf qophaa’e qooddachuun ashaataa isaanii kaa’ataniiru. Biqiltuu dhaabuun kan geggeeffames bifa of eeggannoon guutameen fageenya isaanii eeggachuuni dha. Hawasni keenyas biqiltuu dhaabuu qofa osoo hin Read more

SHARE IT

Kolleejjiin Barsiisota Jimmaa Meeshaalee Qulqullinaa fi Of eeggannoo COVID-19f oolan Bulchiinsa Godina Jimmaaf Gumaache

Kolleejjiin Barsiisota Jimmaa Meeshaalee Qulqullinaa fi of eeggannoo COVID-19f oolan Deeggarsaaf Akka Ooluuf Bulchiinsa Godina Jimmaaf Gumaache. Deeggarsi kenname kunis bakka bulchaan bulchiinsa Godina Jimmaa Obbo. Abdulhaakim Muluu fi Hooggantootni fi hawaasni kolleejjichaa argamatti koree deeggarsicha walitti qabuuf dabarfamee kennameera. Read more

SHARE IT